id
stringlengths 1
6
| text
stringlengths 2
6.37k
|
---|---|
410500 | Lola kaayyoo Wayyaanee kan farra Bilisummaa Ummatootaa, farra dimokiraasii fi haqaa tahe fiixaan baasuuf bara 1992 Wayyaaneedhaan Ummata Oromoo irratti banamee waggoota 25 dabraniif osoo addaan hin citin deemaa jirutu Wayyaanee butuchee sadarkaa amma irra gahe kana (jal-bultii xumura aangoo isaa) irraan gahe.
|
410501 | Kanaaf barumsa fayyaa kana hojii irra oolchaa fayyaa argachuu.
|
410502 | Hayyuu, goota, akkasumas nama uumamumaan kennaa hoggansaa qaban ta’uu haasaa 'VOA'n beektota garagaraa waliin taasiserraa hubachuun danda'ameera.
|
410503 | ’’ Odeessa kana irratti dabalata Ajjeechaa Haacaaluu Hundeessaa: 'Hanqina qabinsa mirgaa hidhamtootarra gahu hordofaan jira' - Komishinii Mirga Namoomaa Itoophiyaa18 Adooleessa 2020 Ibsi Aministii Caamsaa darbee ''muraasatu haqa qaba''- Abbaa Alangaa Federaalaa19 Adooleessa 2020 Amnesty International: 'Itoophiyaan iddoofi haala namoonni hidhaman keessa jiran ifatti beeksisuu qabdi'18 Adooleessa 2020 Isin hin darbiin Shamarran Finfinneetti sabboonummaa Oromoo dagaagsuuf hojjechaa jiran17 Amajjii 2021 Filannoo Yugaandaa booda Boobii Waayin lubbuusaaf akka sodaatu ibseSa'aatii 6 dura Dubartoonni appii sagantaa laguu agarsiisuun rakkataa jiruSa'aatii 7 dura Maaltu haasa'ama?
|
410504 | Godina wallagga Lixaa aanaa Laaloo Assaabii irraa baqatanii dhufuu kan himan ga'eessi umurii 42 maqaan isaa akka dhahamu hin barbaanne tokko rakkoon Oromiyaa gara lixaa jiru hamma himamuun olitti hammaataadha jedhu.
|
410505 | Kan irra baasu, hedduu funduratti nutankaarfachiisu filachuun kan sabboontota hundaati.
|
410506 | Madda suuraa, Estelle Lucas "Ji'a ja'aaf hojii malee ture jechuun maamiltoota koo dhabeera jechuudha," jetti.
|
410507 | SEENSAKutaa isa lammaffaa keessatti waayeen ba
|
410508 | FBC - Afaan maalif nu goga?
|
410509 | Hoogganaan Biiroo Nageenyaafi tasgabbii naannichaa obbo Alamaayyeew Bawuudii godina Walaayittaa keessa rakkoo nageenyaa mudateen walqabatee namootni to'annoo jala oolan 10 ta'uu Wiixata kaleessaa FBC'tti himanii turan.
|
410510 | Yeroo dogongora baay’ee itti raawwattu beektaa?
|
410511 | Wayyaanee Ihaadeeg, Biyya alaa fi Biyya keessaatti, gonkumaa fudhatama akka hin qabnee ifatti waan hubatan barbaadu.
|
410512 | •Saffisaan waan faca’uuf Salphaatti kafaltii malee of beeksisuuf
|
410513 | Yoo caasaan injifannoo yookaan milkii argamsiise hinaaffaa irraa keessa lixee laaqa yookaan caasaa sana dhuunfata.
|
410514 | Baga dhalatte, Ilma Oromoo Obbo Lammaa Magarsaa,sanyii ati facaafte biqilee argine, duumessi kee roobee seena jaarraa.
|
410515 | Obsii yeroo tokko tokko akka ibiddaa nama guba.
|
410516 | Kora 37ffaa Tokkummaa Baratoota Oromoo Biyya Jarmanii (TBOJ)
|
410517 | Maaliif akka ta'e hinbeeku garuu Namoota baayyee H.
|
410518 | Kanaaf … IKT Dubbisu fufaa _ Continue reading →
|
410519 | Yoo isaan qabeenya isaan biyya isaa keessatti fandalalan Oromoon hiyyummaa daangaa hinqabne jalatti kufee mankaraaraa jira.
|
410520 | Yeroo ayyaanaa kana jala adamoon namoota baay'een gaggeffama.
|
410521 | Uummatni Oromoo naannoo Amboo 40 ol tahan mana hidhaa mootummaa wayyaaneetti kan ukkaamsaman yoommuu tahu, Ilmaan Oromoo mana hidhaa mootummaa wayyaanee keessatti ukkaamsaman keessaa
|
410522 | Bitootessa 31, 2013 (Infoo Deeskii ABO) –Qabsoon bilisummaa Oromoo ABOdhaan hogganamu waggoota afurtamman dabran gargaarsa tokkoon maleetti fi duula diinota qabsoo kana dhabamsiisuuf irratti faraqaan bobba’an lakkoobsaan hedduu fi dandeetti guddaa qaban irra aanee hundee sabboonummaa hin buqqaane gad dhaabuu danda’ee jira.
|
410523 | Wayyaaneen Waraana Ummata keessa facaasuu murteessuun furmaati of harkaa qabduu sadarkaa dhumaarra jiraachuu mirkaneessa.
|
410524 | Uummani Zimbabuye wagoota hedduuf warra Adi garbonfata irra qabsa’aa baa’ee bilisumma baa’ee jeedhamu hara’a mal keessaa akka jiru isunumti tilmama.
|
410525 | Yoo harka laatne garuu sanyii keenyatu duguugamee bada.
|
410526 | Yoo ganama dhiqannu shaampoodhaan altakkaa qofa dhiqanna al lama shaampoo itt godhachuu hin qabnu.
|
410527 | Namni yaadannoo (zikrii, salaata, Qur’aana) Rabbii irraa garagallaan, hanga fedhe qabeenya yoo qabaate keessi isaa tasgabbi hin horatu.
|
410528 | Volkaanoon Niyiraagoongoo baha Riippabliika Diimokiraatawaa Koongoo, Paarkii biyyaalessaa Viruungaa keessatti argama.
|
410529 | Sirratti garaa jabaachuun ala furmaata biraa hin qabuu jechaa jira.
|
410530 | Oromia: #OromoProtests:#OromoRevolution: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2017 (January) _ OromianEconomist - January 31, 2017
|
410531 | Sheek Mohaammad Rashaad Abdullee Sooriyaa keessatti mana barnootaa 'Fatul Islaam' jedhamutti waggaa shan erga baratanii booda 'Muftii' ta'uun beekamtii argatan.
|
410532 | Tibba mormiitti namoota to'atamaniif deeggarsa seeraa kennaa turte.
|
410533 | Imaammataa fi gochi baafatan kan qurxummi jala hara gossu, rimsamaan hamaa fi hoji irra olchuuti halallumaa agarsiisu.
|
410534 | Akka biyaatti dhimmi kun dhimma teknikaa malee dhimma siyaasaa miti jechuun kan dubbatan ministirri Bishaan, Jallisii fi Aanniisaa Injinar Silashii Baqqalaa "marii keenya hanga ammaatin bu'aan heddu argameera.
|
410535 | 59 Isaanis yeruma sana isa dhawuuf jedhanii dhagaa guurratan; Yesuus garuu dhokatee mana qulqullummaatii ba'ee sokke.
|
410536 | Sila isin adabbii Rabbii irraa waan tokkoo nurraa deebisuu dandeessu?
|
410537 | Labsicharratti waan kaa'amaniif qofa osoo hin taane, biyyoota lammiileen itti deemanitti dhugaan jiru maalidha kan jedhutu ilaalamuu qaba.
|
410538 | n {\\displaystyle {\\sqrt {n}}} Mathematical Formula (LaTeX) * Kun akkam akka foormulaa herregaa keessatti argaman akka square root fi kan biraa akka itti midhagsan beekuuf nama qarqaara.
|
410539 | Taatota akka salamoon Disaasaa fi Kumsaa fa'a waliin tahuun OPDO keessa hojjetti.
|
410540 | Innis ta'e warri isaa lubbuun jiraachuu quba walii hin qaban.
|
410541 | Waggaa Haaraa 2008 Waggaa Bilisummaa Oromiyaa Nuuf.
|
410542 | Bara 1687tti namni Eediwaard Looyid jedhamu, buufata doonii Landan biratti mana bunaa Taawar Istiriit jedhamu bane.
|
410543 | Diida nama qabuun kuni ni jira.
|
410544 | Aabbaa mana hidhanii yookan ajjeessanii hadha mana isaa wajjin ciisu.
|
410545 | 40 p-cdo412 cDNA - EST cdo412b AABBABA-ABAA-AAA-AAAAAAAAAAABABABABA-AABAAAABAABBBBBABAABA-AAAAAAAB-AABBA-ABBAAAAABAA-BA-AAABA-BABBAAAABAA-A-BAABBB---B-AAABBBAAA-ABBBBAA-BAA--BABAAA-ABAABBBAAAB-AA--ABBABABAABABAB-B-AAAAAAAABBAA----BAAB-BA-BABBBBAB--BBAAB-ABAAAABABABBBBB-BBBAABA-A-A-BBAAAAAABAB-AA-AAAAAAABAABAABABB-AAA-BBB-AA-BBB-BAA
|
410546 | ''Booda hoggantoonni keenya dhukaasa dhaabaa gara mana keessaniitti galaa jennaan, dhaabnee gara buufata keenyaatti galle.
|
410547 | Tumsa abbaa fedherraa dhuftuuf fudhachaa, qabsoo isaa boojihama irraa tiiyfachaa, murtii hiree isaa murteeyfachuu, hamma maayyiitti, itti fufuu qaba.
|
410548 | Kanaafu waa’ee naannoon of bulchuu hafee biyya akka bara Haayile Selaase xaqilaayi gizaatitti deebi’sna jedhanii hudduu of dhiitu.
|
410549 | Miseensonni paarlaamaa ''doqdoqqee'' fayyadamuu hin qaban jechuun dubbataniiru.
|
410550 | Afaan Oromoo dhaa qilleensarraan dabarsuun – akkamitti jalqabee dagaage, eessa gahe, gram deemaa
|
410551 | Poolisiin naannoo Hararii dargaggoota kanneen irratti qorannoo geggeessaa jiraatuu maddeen gabaasani jiru.
|
410552 | tti maxxanfame 7:33 26 Bitooteessa 20207:33 26 Bitooteessa 2020 Waliirraa fageenya hawaasummaa eeggachuun maalif barbaachisaa?
|
410553 | Ejjannoo kanaan yoo itti fufe bulchiinsi Trump humnoota bilisummaafi dimokraasiif dhaabbataniif naatoo qabaachuun isaa mamsiisaadha.
|
410554 | Qawwee fi dimokraasiin akka waliin hin deemne ni beekna.
|
410555 | Diina Oromoo irratti duuluu dhiisanii ABO itti duulaa jiru.
|
410556 | Mootummaa Abbaa Irree Dhiiga Saba Keenyaa Qulqulluu Dhangalaasutti Hin Gurguurru!
|
410557 | Haadha manaa nama kana garmalee reebuun du’af jireenya gidduutti argamti Ilmi Obbo Galataa Misgaanuu Galataas Humnoota tikaatiin ukkamfamee jira Yeroo amma kana tarkaanfii ambulaansii humna waraanaa deddeebiftu fi qabeenyaa TPLF irratti fudhatameen dargaggoonni.
|
410558 | Bulee Horaa Heeraa Liphixxu bakka jedhamutti Namoonni hedduun galaafataman « QEERROO
|
410559 | Qonnaan Bultoota garee misomaatiin ni gurmeessa; ni jajjabeessa; ni leenjisa; ni hordofa;
|
410560 | Inni kana godhe YESUS Gooftaa keenya
|
410561 | Obbo Lammaan akka jedhanitti gareen uffata waraanaa uffatee magaalaa keessa ummata walitti qabe barsiisna jedhu mul'ataa jira jechuun dubbataniiru.
|
410562 | Oduu Gamchiisaa Ummatta Oromo March 23, 2018
|
410563 | Haleellaa jalqaba ji’a kanaatti raawwateen ammoo namootni 30 yoo ajjeefaman, aktivistootni tokko tokko ammoo lakkoofsi namoota ajjeefamanii 80 gahuu akka danda’u himuu isaanii ripportera BBC Afaan Amaaraa Qaalkidaan Yibelxaaltu gabaase.
|
410564 | Hanqina kana furuufis hoogganoota biyyoota biroo waliiniis hojjechuu dubbatan.
|
410565 | Turistoota waggaa darbee biyyaatti daawwataniirra galiin dolaarii biiliyoona sadii ol akka argamee Ministeeriich beeksiiseera.
|
410566 | Isin keessaa ana caalaa nama cubbuu qabuu kan hin beekne ta’ullee ergaa kana isiniif dhaama.
|
410567 | Gama biraan Waancaa liigin Arseenaal Weembileey irratti 3 fi 0 injifachuun waancaa fudhatee jira.
|
410568 | Yeroo raawwitis ergamani murticha kanadha, kana mitii jechudhan wal-dhabiinsi hikkaa murticha irratti kaus wal-makiinsa murtii fi ajajaatinidha.
|
410569 | Ceem’u– sababni biraa tawbatti gufuu ta’u ceem’udha.
|
410570 | Kaayyoo erga murteessite booda kaayyoo kana irratti xiyyeefachuf ni tattaafatta.
|
410571 | Jijjiiramni Mooraa qabsoo Oromoo keessatti ta’aa jiru kuni fooyoomina otuu hin taanejijjiirama diigmayaa ta’uu isaa qabxiilee kanaan gaditti tarrefaman laalaato isinumti murteessaa
|
410572 | Gama biraatiin ammoo sababii rakkoo nageenyaa yunivarsitoota keessatti mudateen barattoonni barnoota addaan kutanii galun isaanii ni yaadatama.
|
410573 | Dhaddacha waa’ee mirga wabiirratti maaltu ta’e?
|
410574 | Mormii lafa ofii deebifatuu jedhuun March 30 irraa kaase jalqabameen, hanga ammaatti Loltoota Isra’eeliin Falisxiinonni 162 ol ajjeefamuu fi kanneen kumaatamaan lakkaa’aman immoo madaa’uu gabaasni ministeera Fayyaa Falasxiin irraa bahe ni mul’isa.
|
410575 | Ergasii walamantee ijaaruun kan eegame caalaa yeroo fudhate.
|
410576 | tau2 je u nieh kan .
|
410577 | Shugux Galataa akka kora kana sirnaan bananii fi dhimma qabsoo bilisummaa Oromoo irratti ibsa kennaniif afeeran.
|
410578 | Kanaafuu, isa qofaatu gabbartii haqa godhata.
|
410579 | Wanti naannichatti ta'aa jiru maal akka ta'e akka natti himan gaafadhe.
|
410580 | Bara 2017 lola daangaa naannoo Somaaleefi Oromiyaa jidduu tureen komiin guddaan irratti ka'ullee namoota qe'ee irraa buqqa'an qubachiisuufi deeggarsa walitti qabuu, akkasumas lolli sun furmaata waaraa akka argatu hooggansa kennaniin ni leellifamu.
|
410581 | barruulee warraaqsaa Qeerroo bilisummaan maxxanfame facaasuun ykn maxxansuun,alabaa ABO mooralee bakkoota muldhatan itti maxxansuun sagalee warraaqsaa muldhisuu fi jibbinsaa fi mormii mootummaa Wayyaaneef qabaan ifatti mul’ifatan.
|
410582 | Itti dabalataanis injifannoo argamanii fi hiri’ina qabsoo keenya keessa jiru erga hubatameen booda gargaarsa ykn gumachaa maallaqaa yuroo 13,534.
|
410583 | 16Akkuma madaling biyya kalmado hin Ta'in, isaanis biyya kalmado Meeting.
|
410584 | Taaju Usmaan: “Ni turra malee ni urraa” jete gundaan alaa Manatti galuuf.
|
410585 | Kanaaf qabanaawanii, qalbii horachuu fi ollaa waliin nagaa buusuun barbaachisaa dha.
|
410586 | Mr Webister erga tapha dhaabeen booda maaltu akka itti dhagahamu hin beeku jedhe.
|
410587 | OBN:onk 21,2017Dhimmaa nageenyaa irraatti gumiin Abbootti Amantaa har'a magaalaa finfinneettti taa,a
|
410588 | Jaalalii eenyuma Waaqayyo iyyu Akka ibsuu caafata qulqullu'aa keessatti "Waaqayyo jaalala Naan ta'eef, namni prys jaallatin, Waaqayyoon hin beekne " (1 Yoh.
|
410589 | Garuu hoggantoota ABO yeroo sanattii biyya galanii akka lolan hin qophoofne jedhanii of duubatti harkifachaa turan.
|
410590 | Abbarren kun waan barbaadu nin laadhaf.
|
410591 | Inimayyu yeroo tokko tokko nuti misooma malee fiilmii hojachuu miti kaayyon keenya warra jedhanitu jiru.
|
410592 | Qabiyyeetti darbi Kutaawwan Oduu Itoophiyaa Viidiyoo Jajjaboo Oduu Itoophiyaa Viidiyoo Jajjaboo Barri 2010 maal baatee darbe?
|
410593 | Saamichi fi cunqursi akkasumas dararamni ummata keenya irra gahaa jiru hanga sirni boojuu Itoophiyaa jirutti kan ittifufu ta’uun beekkamaa dha.
|
410594 | Torbanoota kana jechoota saadoo daddarbachuu cinatti “Dr.
|
410595 | Uummanni keenya osoo beelaan dhumu wayyaaneen aangoo irra jiraatuu hin qabu jechunis barattootni yuuniversitii Bulee horaas barruum facaasan.
|
410596 | Finfinnee, Sadaasa 5,2010(FBC)-Qullubbii adiin faayidaa fayyaa hedduu qaba.
|
410597 | Kubbaaniyoonni isaanii Finfinnee marsanii jiran, humna ibsaa madda lama sadii irraa akka argatanitti hojjatamanii jiru.
|
410598 | Haa ta’u malee, akka ibsa Inistitiyuutichaatti gabaasa torban darbee waliin yoo wal bira qabamee ilaalamu dhibbentaa 50'n hir’ateera.
|
410599 | Hojiin jalqabaa kan afaan ibsu kan hojjate Paaninii yoo ta'u kunis afaan Saniskiriitii qaaccesuun seerluga Ashtadhyayi jedhamu kan inni baasen ture; barri isaas DhKD 500.
|